Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jastiin Turuudoo Koovidiin qabaman


FAAYILII - Muumee ministiraa  Kaanadaa, Justiin Turuudoo
FAAYILII - Muumee ministiraa  Kaanadaa, Justiin Turuudoo

Muumeen ministiraa Kaanadaa Justiin Turuudoo Vaiayrasii kooviid 19n qabamuu isaanii beeksaniiru.

Torban darbee mucaan isaanii tokko Vaayirasichii irrati argamuun ergaa baramee boodaa mana yaalaa dhaqanii yemmuu ilaalaman akka vayiresichii qaama isaanii keessa hin jire kan itti himamee ture Turuudoon , kaleessa yemuu deebi’anii ilaalaman garuu Vaayiraschann qabamuun isaanii akka mirkana’ee beeksisaniiru.

Akka nageenyii itti dhagahamu kan dubbatan muumichii ministiraa torban lamaaf addaan of baasanii ojii isaanii akka itti fufan himaniiru.

Bara 2020 ji’a Bitootessaa keessaa Haati warraa isaanii yemuu Vaayirasichaan qabamanii turan Jastiin Turuudoo torban Lamaaf kophaatti bahanii ojjachaa akka turan ni yaadatama.

Ministeeraa Dhimmaa alaa Biyyatti Melini’e Jooliy dabalatee miseensonii kabimee Mootummaa kaanaadaa hedduun Vaayirasii koroonaatiin qabamanii akka turan gabsameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG