WASHINGTON, DC —
Waggootii diigdamaa booda aangawoota Itiyoophiyaa fi Eertraa gidduutti torban kana mariin gaggeeffame kan milkaa’e ta’uun ibsamee jira.
Mariin kun wal waraansa dhiiga dhangalaasise duubatti dhisee seenaa waggaa digdamaaf ture kan jijjire ture jechuun ministriin dantaa alaa Itiyoophiyaa Dr. Warqineeh Gabayyoo ibsanii jiru.