Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Jimmaatti Manneen Amantii Kiristaanaa Hedduutti Gubate


Godina Jimmaa magaalaa Asndaaboo fi naannoo isheetti manneen amantii kiristaanaa damee Muluwangeel,Mekaane Iyyesuus,Adventisti waliin 50 caalaan gubate.

Namii kiristaanaa kuma hedduu tana baqatee gara magaalaa Jimmaa fi naannoo Hadiyaa gahelleen hinuma jira akka oduu arganneetti.Akka gaazexeessitotii VOA ta biyya jiran warra naannoo sun qubatu maqaa dhahanii jedhanitti Musliimootatu manneen amantii isaani irraa gube.Abbootiin amantii Musliimaa ta Finfinnee dubbifne ammoo, amantiin isaani hujii akkana hin feetu hin deeggartullee jedhu.

Oduu himaan mootummaan Itoophiyaa shimalis kamaal ammoo warra balleessaa akkanaatiin shakkame Hidhamu labse. Mee oduu tana irratti hojjanne MP3 gararroo Komputera keessanii gara harka mirgaatiin jirtu irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG