Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jinkaa Keessatti Shakkamtoonni Hidhamanii Jiru 


FAAYILII - Adabaabaayii Sumuudaa, magaala guddoo Naannoo Ummattoota Kibbaa taate Hawaasaa keessa jiru, Sadaasa 19, 2019
FAAYILII - Adabaabaayii Sumuudaa, magaala guddoo Naannoo Ummattoota Kibbaa taate Hawaasaa keessa jiru, Sadaasa 19, 2019

Hokkara dhiyeenya kana magaalaa Jinkaa keessatti ka’een wal qabatee namoonni shakkaman 400 to’annaa jala oluu bulchiinsii godiina Omoo kibbaa beeksisee jira. Namoonni kuma tokko caalaan hiriira hokkaraan guutamee fi Jinkaa keessatti gaggeeffameen kan ka’e manaa fi qe’e ofii irraa godaananii jiran.

Hiriirtonni kun konyaan isaanii ofiin of akka bulchiitu kan gaafatan yoo ta’u garu hokkaratti jijjiramee manneen fi suqileen 160 ni gubachuun ni yaadatama jechuun Yonaataan Zabdiwoos gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG