Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonnii Walloo Kaabaa irraa buqqa’an gargaarsa gahaa argachaa akka hin jirre himan


FAAYILII - Namoota sababa waraansaatiin naannoo Amaaraa keessatti buqahanii fi zoonii Gondr jiran, Hagayya 25, 2021
FAAYILII - Namoota sababa waraansaatiin naannoo Amaaraa keessatti buqahanii fi zoonii Gondr jiran, Hagayya 25, 2021

Namoottan kuma 20 ol ta’an, sababa wal waraansaatiin godina walloo kaabaa irraa buqqa’annii daa’oo keessa jiran, wanneen jireenya isaaniitiif barbaachisaa ta’an argachuudhaaf mootummaadhaaf dhaabbilee gargaarsaa eggchaa akka jiran VOA ti himaniiru.

Namoottan aanaa Habruu bakka Dirree Roqaa jedhamuu keessaa qobatanii jiran kun, yeroodhaaf bakka qubannaa argatanus ,wanneen jereenyaaf bu’uraa ta’an akka hin guutamneef VOAti himuu isaanii gabaasiin Masfin Arraagee ibseeraa.

Bulchiinsaa naannoo Amaaraatti itti gaafatamaa quunamtii sabaa komishiinii ittisa balaa fi wabii midhaan nyaataa kan ta’an Obboo Iyaasuu Masfin dhimma kana irratti deebii kennaniin , hanqinii midhaan nyaataa jiraachuu isaa eeranii, dhaabbileen gargaarsa namoomaa deggersa yeroodhaan barbaachisu akka dhiheesaa hin jire dubbatanii komii dhiyeessuu isaanii gabaasin Masifin Arraagee dabalee ibseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG