Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kaardii filannoo pirezidantummaa U.S. lakkahumatti jiran abbaa moo'u eegumatti jiran taatullee pirz., Tiraampii fi Bayden waluma jala jira


Chester County election workers scan mail-in and absentee ballots for the 2020 U.S. general election, at West Chester University, in West Chester, Pennsylvania, Nov. 4, 2020.

Amerikaan kale pirezidaantii filachaa oolte abbaa moo'e.Filannon duratti nama miliyoona 100 tahutti filate. Abbaa moo'e ammallee hin beekamnee kardii flannoo heduutti jiran.

Koronaa jedhanii namii hedduun kaardii filannoo waan poostaan ergeeef kaardii filannoo miliyoona hedduu lakkahuutit jiran.

Haga ammaa oduu tana barreessuutti jirrutti Joe Bidenitti harka guddaan Donald Trump dura jira.Taatullee ammallee hin dhumannee kaardi hedduu heduutti jiran.

Pirezidaanti Tiraampi kaardii lakkahuun seera malee tursanii seeraan gaafanna jedhee ture. Laftii amma akkana eegaa bahan Pennsiliveeniyaa,Wiskons, Joorjiaa, Arizoonaa fa.

Amerikaatti ummata bahee filatu malee bakka buutota ummatii filate(Electoral vote) pirezidaantii filata.

Akka seera Amerikaatti Electoral Collge/Voters nama 538 qabdi.Abbaan dursee nama 270 argate pirezidaantii taha. N

Yaadawwan Ilaali (5)

XS
SM
MD
LG