Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaan Uggura Kaastuun BoodaTamsa’ini COVID-19 Hammaachuun Himame


Keeniyaan manneen barumsaa amma tokko banteetti
Keeniyaan manneen barumsaa amma tokko banteetti

Keeniyaan tamsa’ina vaayiresii koronaa gad xiqqeessuuf uggura cimaa keessee turte kaaftee torbanneen hanga took booda weerarar marsaa lammataaf saaxilamtee jirti.

Ministriin eegumsa fayyaa Keeniyaa dilbata darbe namoonni 600 haaraan vaayiresii kanaan qabamuu isaanii fi hedduun dhu’uu isaanii erga gabaasanii booda biyyattiin gara haala rakkisaa ta’eetti akka deemtu akeekkachiisan.

Mohammed Yusuuf Naaroobii irraa akka gabaasetti hayyoonni hangi tokko akka dubbatanitti uggura ka’ee ture deebisanii kaa’uun qormaata ta’uu mala.

Keeniyaan Uggura Kaastee Torbanitti Tamsa’ini COVID-19 Hammaachuun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:14 0:00


XS
SM
MD
LG