Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Keeniyaa Sodaa Hookkaraa Kan Filannoo Boodaa Jalaa Dheessaa Jiru

  • VOA

Waldaan fannoo diimaa lammiiwwan Keeniyaa kanneen filannoo booda hookkaratu ka’a jechuun sodaatanii biyyattii dhaa baqataa jiran galmeessuu jalqabuu isaa beeksisee jira.

Bakka baqattoota kana itti simatu illee magaalaalee daangaa Busia fi Tororo keessatti tolchuuf karoorfachuu isaa ibsee jira jechuun Haliimaa Athumanii Kampaalaa irraa gabaastee jirti.

Gabaasa guutuu armaan gaditti caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:16 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG