Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kibba Bahaa Burkina Faasoo Keessatti Hidhattoonni Namoota 79 Ajjeesan 


Gabaa ganda Fariyee, Burkiina Faasoo, Waxabajjii 9, 2022
Gabaa ganda Fariyee, Burkiina Faasoo, Waxabajjii 9, 2022

Gareen hidahattootaa maqaa amantaa isilaamummaan socho’u Sambata dheengaddaa kaaba biyya Burkinaa Faasoo bakka Seyiteengaa komuun jedhamu keessatti haleellaa raawwataniin namoonni 79 ajjeefamuu isaanii, haanga’oonii mootummaa biyyatii ibsaniiru.

Haleellaan kun kan raawatee ji’oottan darbaniif biyyootan olla Maalii fi Burkiinaa Faasoo keessatti ergaa hookkorri dabalaa dhufee ta’uu isaaf, biyyottan lammanuu yeroo amma bulchiinsa mootummaa loltootaa jala kan jiraan ta’uu isaa gabaasnii VOA Annee Raayizembergn maali baamakoo irraa qindaa’e ibsee jira.

Burkinaa Faasootti gorsaa dhimmaa nageenyaa kan ta’an Abdulaziiz Azeebu Ogaaduguu irraa akka jedhanitti gareen hidhattootaa Isilaamumaa kutaa Saahiil keessa qofa ittu hin ta’in biyyoottan Afrikaa Lixaa keessatti haleellaa raawwataa jira. ji’a Eblaa fi caamsaa keessaa Beeniiniif Toogoo keessattis haleellaa taasisee akka ture gabaasameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG