Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaaba Dubbisuu Amaleeffachuun Nama Qaroomsa


Biyyitii guddattee ijoollee isaanii diqqeennaanuu mala kanatti guddifatan.Hayyee bara kana kitaaba hagam dubbiftan hagam dubbisuuf karoora qabdan?Amalii nama keennaa ka wa dubbisuu qabaachuu maan fakkaata?Tana irratti profeeseoorata Oromoo Univeristy biyya alaatii fi biyya keessaa barsiisan wa gaafanne.

Amalii maatii Amerikaa tokko ijoollee isaanii diqqeennaanuu wa dubbisuu barsiisuu,yoo isaan rafan siree keessatti kitaaba isaan jaalatan dubbisaniif.Mana barmusaatti ammoo /reading class/ ykn kutaa wa itti dubbisanitti jira.Tun cuftii amala kana guddiftiif.

Akka namii hedduun jedhutti durii nama seenaa nuu barreesse dhabnee jedhan amma ammoo amala wa dubbisuu qabaachuu dhabuun waan itti callisanii miti.

Tana irratti Dr.Mohammad Hassan Univeriosty Atlaantaa Georgiatti professera seenaa, Dr.Ilfinaa Uddeessaa Bariisoo Univeristy Londonii UKtti barsiisa Afaanii,Obbo Befqaaduu Dhaabaa,/University-College/ /New Generationitti /barsiisaa siyaasaa fi itti gaafatamaa damee alaa fi Obbo Dirribaa Margaa itti gaafatamaa Waldaa Barressitoota Oromoo amala wa dubbisuu qabaachuu irratti dubbfine kutaa sadeenuu MP3 gara harka mirgaa jiru irraa caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG