Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koongoon Magaala Beenii Keessatti Dhoohinsi Boombii Dhaqabe


Faayilii - Humnoota nagahaa eegumsaa Tokkummaa Mootummootaa, Waxabajjii 27, 2021
Faayilii - Humnoota nagahaa eegumsaa Tokkummaa Mootummootaa, Waxabajjii 27, 2021

Ergaa boombiin lamaa magaala Koongoo Beenii keesatii bakka adda addaatii dhoohee boodaa mootummaan koongoo walgahii namootaa qibxata ha’aa kaasee dhorkeera.

Akka haanga’onii biyyaii jedhanitti dilbata dheengaddaa namii baleessee baduuf of qophesse tokko bakka nammii itti heddumaatut doosudhaaf qophawaa ture. Guuyaadhuma sana boonbiin biraa dhoohee waldaa amantaa kaatolikii roqomsiise.

Balaa boombii Kanaan namii du’ee yoo hin jiraannes mootumaan garuu walgahiin dhokamaa akka ta’e labseera.

Dubii himaann waraana Koongoo akka jedhanitii namichii boobbii sana of irratii dhoosee lamii Ugaandaa fi miseensaa garee mormitootaa Alaayid Demokiraatiik Foors jedhamuuti. Kaayoon namichaa maal akka ta’e haanga’onii koongoo wantii jedhan hin jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG