Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kooriyaan Lamman Waliigaltee Taasisan


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Hogganaan kooriyaa kaabaa Kiim Joomg Un fi gitii isaanii hogganaan koriyaa kibbaa Moon Jae-In biyyootan lamman gidduutti sarara wal quunamtii deebisanii diriirsuudhaaf waliigalaniiru.

Akka hangaawonii kooriyaa kibbaa jedhanti sarara walquunamitii loltootaa kan wajjira biyyootan lamman waliti fidu isa wagga darbe gargar cite deebisanii tolchaniiru.

Hoggantoonii biyyootan lammanii ji’a Eblaa darbee jalqabee xalayaa waltii erguudhaan akkataa quunamtiin isaanii deebi’ee itti fufu iraati maryachaa akka turan haangawoonii biyyotan lammanii dubbatanni marii jaraa keessaati sarara walquunamitii biyyotan lamman gidduu jiruu deebisaanii walqabsiisuu irratii walii galuu isaanii himaniiru.

Akka kooriiyaan kibbaa jettutti sarara walquunamitii deebisanii ojiirraa oolchuun fuladuraatii waltii dhufeenyaa biyyootan lamman gidduu jiru jabeesuudhaaf tarkaanfii jalqabaat.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG