Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tirampi pirezidaantii US tahee hujiittitti jira nama isa waliin dorgomee jalap jige,Hilarii Kilinton qophiin Filadelfiyaatti tolchaniif keessaa hagii tokko kunoo


Filannoo pirezidaantummaa Amerikaa bara 2016
please wait

No media source currently available

0:00 0:44:14 0:00

U.S. House Republicans speak to reporters after Deputy Assistant Secretary of Defense Laura Cooper arrived to testify at a closed-door deposition as part of the House impeachment investigation into President Trump, in Washington, D.C.

Amerikaan ka hardha kakatee biyya bulchuutti jiru waliin pirezidaantii 45 filattee marroo 58essoo eebbisiiftee kakachiiftee hujii itti kennite.

Doonladi Tiraampi dureessii Amerikaatti horii biliyoona hedduu qabaachuun beekamu ka durii biiroo siyaasaallee keest hojjatee hin beennetti filatame amma hujiitit jira.

Filannoo pirezidaantummaa Amerikaa bara 2016
please wait

No media source currently available

0:00 0:44:14 0:00

Amerikaan yoo pirezidaanii filattu guyyaa innii muudamu sunitti qophii gammachuu hedduu qopheessaniif gammachiisaa oolanii bulan.Achii mirgaa fi bitaan eegaa qophii gammachuu irratti baandii fi sirbituu bebeekmtu itti yaamanii White House,bulchiinsa mootummaa Americaa geessan.

Qophii gammachuutiin duubatti hujii jajjabduu murtii addunyaafuu tatu hedduutti eegata.Gara Tiraampi Amerikaa itti geessuu walumaan laalla.

Gama kaaniin ammoo nama partij Demokiraati keessaa isa waliin dorgomee jalaa jige,Hilarii Kilinton nama waan hedduun faarsan.Gaafa partii isii fulaa buutee,seenaa Amerikaa keesatti yoo jalqabaatiif paartii guddoon filamte taate.

Qophii paartiin isii godina,Demokiraati Pensilveeniyaa magaalaa Filadelfiyatti keessatti gaafa Hagayya 25 Hagayya 28,2016 opheessiteefii, korii walii galaa DNC sun qophii waan hedduun qaabatan mee viidiyoo kana laalaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG