FINFINNEE —
Korri Waldaa Qorannoo Oromoo 33ffa biyyatti taasifamuun bu’aa aarsaa qabsoo Qerroo fi Qarre Oromoon argame jedhan Prezdantiin Waldichaa, Ogeettiin Seeraa Kulanii Asaffaa Jaalataa.
Waldaan Qoranno Oromoo haala biyya keessatti galmaahee hojjachuun danda’amu irrattis hojjatamaa kan jiru ta’uu isaa hogganoonni waldichaa beeksisanii jiru.
Muktaar Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase