Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koriyaan Kaabaa Yaaliif Dhukaasuu Itti Fuuftee Jirti


Namoota yaalii misaa'eelii TV irratti laalan, Onkoloolessa 19, 2021
Namoota yaalii misaa'eelii TV irratti laalan, Onkoloolessa 19, 2021

Koriyaan Kaabaa Kibxata har’a misaa’eela Baalistiik (SLBM) jedhamu kan Donii bishaan jala deemuu irraa yaaliif dhukaastee jirti jechuun waraannii Koriyaa Kibbaa gabaasee jira.Kunis Koriyaan Kibbaa yaalii dhukaasa walfakkaataa baatii tokko dura eega gaggeesitee booda ta’u isaati.

Dhuuksaa Koriyaan Kaabaa gaggeessitee to’ataa kan jiru waraannii Koriyaa Kibbaa akka jedhutti, Koriyaan kaabaa misaa’eela Baalistiik kan fageenya gabaabaa kana handaara galaana biyya ishee gama bahaa irraa dhukaaste.

Misaa’eelli kunis fageenya Kiiloo meetra 430-450 kan dhaqqabuu fi lafa irraa ol samiitti fageenya kilo meetra 60n furguggiiftee jechuun dhaabbatii oduu Koriyaa Kibbaa ibsee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG