Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kutaan Sudaan Kibbaa balaa roobaatiin rukutame


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Balaa lola’aa sudaan kibbaa keessatii umameen lubuub namootaa 7 darbee, namoonii 400 ol qe’ee irraa buqa’uu isaanii haangawoonii kutaa biyyatii himaaniiru.

Ktaa biyyaa Yuunitii aanaa Mayendit ti komshineeraa kan ta’an Gatluak Nyang akka VOA ti himaniti roobaa torban darban keessaa waltii aansee roobeen kan ka’e balaa qaqqabee Kanaan namoonii 7 lola’adhaan fudhatamanii yemuu du’an , nomooni 17 immoo bofaan hiddaamaniiru.

Laftii qotiinsaa harkii 90n bishaainiin huwisamuu isaa looniwan ykn sa’onii 500 fi re’eewan 300 sababa lola’aa kanaatiin du’uu isaanii komishiner nyagn VOAt himaniiru.

Natoottan balaa Kanaan midhamaniifis bakkii jireenyaa fi qorchaa dhukubaa irraa nama baraaru dabalatee gargaarsii atattamaa akka barbaachisu gaafataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG