Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammileen Itiyoophiyaa 58 Keeniyaan Akka Biyyatti Deebi’an Itti Murtahe Biyyatti Hin Deebine


Adoolessa 29 Poolisii Keeniyaatiin qabamanii manni murtii ka akka biyyatti deebi’an itti mure lammileen Itiyoophiyaa 58 ammaa harka poolisii keeniyaa jiru.

Lammileen Itiyoophiyaa kun murteen biyyatti akka deebi’an jedhu kamisa dabre kana itti murtaawus haga yoonaa biyyatti akka hin deebine himameera; Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:29 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG