Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaarmayaaleen Hawaasummaa fi Namootni Kabajamuu mirga dhala namaaf falman Keeniyaa keessatti malaammaltummaan baayyateera jechuun harra magaala Naayiiroobii keessatti hiriira mormii gaggeessan. Hiriira isaanii har’aatiin torbeen dura Waajjira Dargaggoo Biyyaalessaa biyyattii keessaa Doolaarri Miiliyoona 90 ol baduu balaaleffatanii, pirezident Keeniyaattaan dhimma kana akka qorachiisanii namoota yakka kana raawwatan seeraaf akka dhiyeessanillee gaafataniiru. Galmoo Daawit dabalata qaba.


XS
SM
MD
LG