Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Itiyoophiyaa Hiriira Ba’anii Jiran 


Hiriira Waashingitan Diisiitti dhalattoonni Amaaraa geggeessan, Ebla 6, 2021
Hiriira Waashingitan Diisiitti dhalattoonni Amaaraa geggeessan, Ebla 6, 2021

Miseensoota hawaasa Amaaraa dhibbaan lakka’aman kanneen Yuunaaytid Isteetes keessa jiraatan Kibxata Ebla 6 bara 2-21 waajiira Ministrii haajaa alaa fulleetti hiriiran.

Qindeessitonni akka jedhanti Kaayyoon Hiriira kanaa miidhaalee gosa Amaaraa irratti kutaalee biyyattii adda addaa keessatti dhaqqabuuf sagalee ta’uuf ba’an.Mootummaan Itiyoopiyaa fi gareeleen mirga dhala namaa kan addunyaa haleellaa gosa Amaaraa irratti qiyyaafatu fi irra deddebi’uun gaggeeffamu ilaalcha itti hin laanne jedhu.

Gareen mirga dhala namaaf falmu Amnestii Internaashinaal rakkoo jedhame kana irratti haala qubsaan hin gabaafne himatii jedhu sirrii miti jechuun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf deebii kennee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG