Milishoota garee Bokkoo Haraam keessa bahanii giddu-galli magaala Diiffaa, Nijer keessatti baname jira.
Giddu-gala Milishoota Leellistummaa Bokkoo Haraam Keessaa Bahan Simatu
- VOA
9
Des ex-combattants de Boko Haram dans le centre de transition des repentis de Diffa, Niger, le 17 avril 2017 (VOA/Nicolas Pinault)
10
Malam Boukar Adam garee Bokoo Haraamitti odoo hin makamin dura barsiisaa ture. Amma garuu akka amantaa islaamaatti nama ajjeesuun cubbuu dha, amantaan Islaamaa amantaa nagahaati jechuudhan jara irraa of fageesseera.
11
Giddu-gala banamtetii warra tajaajila argachaa jiran keessaa tokko yeroo wayaa isaa miiccatu
12
Giddu-gala Milishoota Leellistummaa Bokkoo Haraam Keessaa Bahan Simatu