Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lolli Libyaa Keessaa Itti Fufe


Mootummaan Libya fi hoogganoonni ripxe loltoota gareeleen isaanii ni injifatu jechuun of amantaan dubbatu. Dudduuba isaanii garuu yaaddoo guddaa kan walitti bu’iinsi torbanneen saddeetii balaa hamaa dhaqqabsiisuu mala jedhutu jira.

Humnootiin mootummaa magaalaa ripxe loltootaa gaa dhiyaa Misrata fi
Ajdabiya marsanii jiru.

Kan torban lama dura Britain keessatti mootummaa isaanii ganan mnisteerri haajaa alaa fi hoogganaan tika nageenya biyyaa Libya duraanii Moussa Koussa BBC waliin gaaffii fi deebii geggeessaniin biyyattiin jeequmsa sanyii somalia keessatti argamaa jiru keessa seenuu malti jechuun akeekkachiisan.

Ripxe loltoonni garuu kaka’umsa Koussa gaaffii keessa galchuu dhaan yaada isaanii fudhatama dhabsiisan. Walitti bu’insi sunis wal waraansatti hin deemu jedhan.

MP3 tuquun dhaggeeffadha.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG