Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kuusaa Suuraalee: Dr. Maartiin Luutar Kiing Erga Ajjeefamani harri Oggaa 50

Qabsaahaan mirga dhala namaa Dr.Maartiin Luutar Kiing oggaa 50 harraa, Ebla 4 bara 1968 nama Jeems Eerl Reeyi jedhamuun godina Teenissii magaala Meephiis keessatti ajjeefame.

Yunaaytid Isteet keessatti harriii guyyaa hojiiwwan Dr. Maartiin fi qabsoo hadhaahaa wal-qixxummaa ilmoo namaatiif inni keessa darbeetu yaadatama. Sirnoonni yaadannoo adda addaas in qophaahan.
Suuraaleen armaan gadii Dr. maartiin tibba ajjeefaman waan ture sin daawwachiisan.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG