Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaala Dasee Keessatti Namoonni Ajjeefaman


FAAYILII - Magaala Dasee Naannoo Amaaraa

Namoonni mana hidhaa magaalaa Dasee keessaa miliqanii ba’anii fi humnootii nageenyaa giddutti dhukaasameen yoo xiqqaate namnii shan ajjeefamuun ibsamee jira.

Bulchinsi magaalaa dasee akka jedhutti baatii Adooleessa keessa yeroo humnootiin ABUT magaalatti to’ataa turanti namoonni hidhaa keessa miiliqan akka harka kennaiif humnootiin nageenyaa yeroo yaalanti kun dhaqqabuun ibsamee jira jechuun Masfiin Arraagee gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG