Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalota Kaaba Itiyoophiyaaf Humnii Ibsaa Bakkatti Deebisuuf Hojjetamaa Jiraachuun Ibsame


FAAYILII - Warshaa humna ibsa maasa barbaree maddiitti Maqalee, Tigraay. Onk. 25, 2013.
FAAYILII - Warshaa humna ibsa maasa barbaree maddiitti Maqalee, Tigraay. Onk. 25, 2013.

Humni Elektirikii Itiyoophiyaa magaalota kaaba Ityoophiyaa hedduu keessatti humna ibsaa bakkatti deebisuuf hojii suphuu xumuruu ibseera.

Daarektarri dhaabbatichaa kan aanaa Gondor Moges VOAf akka himanitti, naannoowwan daangaa Sudaan Humeraa irraa kaasee hanga magaalota akka Danshaa, Abaa Aker, Abderaafii, Abrha jira,Maayikaadraa, Adiremxt fi Adigoshutti humna ibsaa deebisuuf hojiin suphuu eegaluuf jira jedhan.

Magaalaalee Itiyoophiyaa kanneen biroo keessaa daandiiwwan elektrikaa manca’an suphuun akka itti fufu illee dubbataniiru.. Irra hedduun naannoo Walqaayit erga ibsaa dhabee waggaa lamaa ol ta’ee jira. Akka walii galtee Afriikaa Kibbaatti mallatteeffametti mootummaan Federaalaa tajaajila bu’uuraa naannoo Tigraay keessaa bakkatti deebiisuun akka saffisu qindeessuu qaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG