Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manchester Cityn Sunderland 5-0 afaan qabachiifte


Dorgommiin kubbaa miilaa English Premier League dumachaa dhufumatti jiraa goolii galtu ammoo dabalaa deemumatti jirti.Miilotii akka Bervatoov,ka akka,Tevez, Bent faalleen goolii dabalchaa yaahumatti jiran.

Goolii haga ammaa jirtuun Machester United goolii 66 dura jirti,Machester Cityn ammoo tapaha Sanbata guddaa dabreetiin Sunderlaand 5-0 moohattee afaan qabsiifte.Akkuma kanaan Manchester Cityn sadeessootti oli siixxe.

Gama kaaniin ammoo dorgommii Shaampoyoonaa Ispoortii Oromiyaa marroo 17eessoo Adaamaatti jalqabe irratti taphattoota kuma hedduutti walti dhufee taphachuutti jira.Kaayoon guddoon dorgommii tanaa akka itti gaafatamtootii Biiroo Ispoortii fi Dargaggoo Oromiyaa jedhanitti,atileetota egerii biyya fulaa bu’anii dorgoman filachuuf,fedhii Ispoortii guddisuu faa.

Mee Marii qophii teenna MP3 irraa nuu caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG