Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manii marii ADWUI waan Eeritraa fi Itoophiyaan ganna 20 duratti irrtti wal dhaban laalee hardha dubbi mure


Waraana Itoophiyaa fi Eritaan bara 1990 nama kuma hedduutti itti dhuamtee kumii hedduutti daangaa irraa baqate.

Dubbii waldhabaan jirtu sun nagumaan faluu wayyaa jedha ibsi ADWUI.

“Itoophiyaa fi Eritaan ummata aadaa, seenaa fi dhiigana tokkoti faaydaa ummataa kanaatiif jedhanii mootummaan Itoophiyaa fala araaraa Aljeeriyaa Aljeeristtii mallatteessanii fi dubbii koomishiini daangaa Itoophiyaa fi Eritaa mure Itoophiyaan gama ufiitiin cufaa ya fudhattee tanumaan hojjachuu feetillee,” jedha ibsii ADWUIn baafate.

Tana maleellee koreen ADWUI dhaabbilee mootummaa jala jiran warshaalee, telekominikeeshiin,xuyyuura Itoophiyaa faallee akka dhaabbileen dhuunfaa bulchan tolchuuf fala baasan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG