Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Belaaruus Murtii Kenne 


Manni Murtii Beelaaruus kanneen filannoo prezidaantii biyyatti kan walfalmisiisaa ta’e sana dura hidhaman irratti murtii kenne.
Manni Murtii Beelaaruus kanneen filannoo prezidaantii biyyatti kan walfalmisiisaa ta’e sana dura hidhaman irratti murtii kenne.

Manni Murtii Beelaaruus kanneen marsariitii irratti barreessan, qabsaa’ootaa fi abbaa warraa hoggantuu mormiitootaa kan biyya abiraatti dheessanii irratti murtii fi ibsa hamaa baasee jira.

Hundumtii isaanii filannoo prezidaantii biyyatti kan walfalmisiisaa ta’e sana dura hidhaman.Filannoo shiiratu irratti gaggeeffame jedhamee sanaan prezidaantiin biyyatti Aleeksaandar Lukasheenkoo marsaa 6ffaaf filataman.

Gareeleen mirga namoomaaf falman hunduumti isaanii jechuun ja’anuu, kanneen har’a murtiin irratti kenname, hidhamtoota siyaasaa ti. Yakka ilaalchii irratti gaggeefames seenaa biyyatti keessatti, kan yeroo dheeraa fudhatee jedhamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG