Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Murtii Sudaan Kibbaa roogessa  Midiyaa hawaasaa adabeeraa


Faayilii - Magaala Juubaa, SUdaan Kibbaa
Faayilii - Magaala Juubaa, SUdaan Kibbaa

Mannii murti Olaanaan Biyya Sudaan kibbaa lammii biyyatii kan mediyaa hawaasummaa irrati haanga’ootaa biyyatii qeeqxuu hidhaa ji’a 6 itti murteeseeraa.

Manii murtichaa Amiraa Alii Thoomas irratii kan murtoo dabarse ministeeraa odeeffanoo kutaa biyyatii Warrap Nyanagweek Kuol jrdhaman viidiyoo midiyaa hawaasaa irrati maxansiteen maqaa balleesiteetti jedheeti.

Kana malees nammii maqaa Mamaa Amiraa alii jedhamuun beekamtu kun nama maqaan isaanii badeeraa jedhame kanaaf qrshii pawondii Sudaan kibbaa miiliyoonaa 35 ykn Doolaaraa 87,000 ykn gara birrii miiliyoonaa 3 fi walakkaa akka kaffaltuu itti murtaa’eera.

Amiiraa Alii viidiyoo haanga’ootaa mootummaa fi namoottan bebeekamoo qeequ jechoota arrabsoo fayyadamuudhaan fuulaa Fees Buukii irratti maxansuudhaan kan beekamtu akka ta’e ibsameeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG