Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maqaleetti Oggantoonii Paartii Mormiituu Lama Hidhaman


Oggantoonii paartii mormitootta Salsawii Weyyaanee jedhamu lama guyyaa kaleessaa magaala maqalee keessatii loltoota mootummaatiin qabanii hidhaamuun isaanii beekameeraa.

Mulugeetaa Atsibahaa maqalee irraa akka VOAdhaaf akka gabaasetti itti aanaan partichaa obbo Aluulaa hailuutiif itti gaafatamaani faayinaansii obbo kaahisay Hayiluu laltoota mootummaatiin qabanii hidhamaniiru.

Paartii salsawii wayyaanee tarkaanficaa balaalefachuusaa kan ibsee gabaasinii mulugeetaa Atsibahaa sababa hidhaa namoottan Sanaa irratii bulchiinsii yeroo nannoo tigraay akka deebii hinkeniine gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG