Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Angawoota Yunaayitid Isteetisii fi Raashiyaa Gidduutti Geggeessame Ija Ogeessan Akkamitti Ilaalama?


Mariin Angawoota Yunaayitid Isteetisii fi Raashiyaa Gidduutti Geggeessame Ija Ogeessan Akkamitti Ilaalama?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:03 0:00

Mariin Angawoota Yunaayitid Isteetisii fi Raashiyaa Gidduutti Geggeessame Ija Ogeessan Akkamitti Ilaalama?

Yunaayitid Isteetis fi kan Raashaa har’a Riyaad keessatti wal ga’uu dhaan dhimma biyyoota lameenii akkasumas dhimma Yukireeni irratti marii geggeessanii jiru.

Mariin kun Yunaayitid Isteetisii fi Raashaa dhaaf akkasumas Yukireeniif hagam bu’a qabeessa. Gaafii kanaaf ka biroo dhaaf ibsa akka nuu kennaniif ogeessa seeraa fi xiinxalaa siyaasaa Dr. Heenok Gabbisaa as naannoo Washington irraa afeerree jirra. Mariin Har’aa geggeessamu kun Yukireenii fi Raashaa gidduutti nageenya fiduu dhaaf hagam bu’a qabeessa jettanii yaaddu ka jedhuuf deebii kennuu dhaan jalqabu.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG