Xurree ittiin seenan

Breaking News

Meeshaaleen Chaayinaa Dhaa Galan Kan Gatiin Isaanii Qaalii Hin Ta’in Oomishitoot Biyya Keessaa Kan Keeniyaa Miidhaa Jira


Meeshaaleen Chaayinaadhaa galan kan gatiin Isaanii qaalii hin ta’in oomishitoota biyya keessaa kan Keeniyaa miidhaa jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:59 0:00

Meeshaaleen Chaayinaadhaa galan kan gatiin Isaanii qaalii hin ta’in oomishitoota biyya keessaa kan Keeniyaa miidhaa jiran

Ogeessonni hojii harkaa Keeniyaa, sababaa meeshaalee Chaayinaa irraa galuun kan ka’e gabaa dhabaa deeaniiru. Ogeessonni hojii harkaa kun akka jedhanitti qulullinni hojii isaa ol aanaa fi gatii salphaan kan gurguramu meeshaaleen Chaayinaatti hojjetaman miidhaa irraan ga’ee jira.

Ragaan biyyoolessaa akka mul’isutti, Keeniyaan bara 2021 keessa oomishaawwan Chaayinaa irraa galaniif doolaara biliyoona $4tti maallaqa hedamu baasteetti. Keeniyaan Chaayinaa irraa daldala oomishawwanii hedduu argatti. Meeshaalee doolaaara biliyoona $1.5 baasu illee gabaa Asiaf dhiyeessiti. Daldaltoonni meeshaa mana keessaa biyya alaatii dhufan gurguran kan akka Magdalen Vivi akka jedhanitti fayyadamtoonni meeshaalee ennaa bilcheessan waa itti hin qabanne kan jabanaa afaan Swaahiliin Sufuuriyaa jedhamuun beekaman barbaadu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG