Xurree ittiin seenan

Breaking News

Milishoonni Al Shabaab ta’u Hin Oolle Somaaliyaa Keessatti Sochii Godhan


Garowe, Somalia
Garowe, Somalia

Jiraatonni giddu galeessa Somaaliyaa hidhattoonnii milishoota Al Shabaab ta’uu hin oole qehee isaanii, Gara’ad seenu dubbatan. Hidhattoota kanaa fi milishoota naanichaa edduutti dhukaasnii banamee san booda toorri bilbilaa magaalitti gutumaan guututti cituu issastu himama.

Jiraattonni magaalitti Gabaasan Radiyoo Sagalee Ameerikaa dubbise, han soda haloo bahuu irra maqaa sanii himuu dhiisan, akka jedhanitti milishoonni Al Shabaab kun Gaar’aad – bakka magaala gudditti Godina Mudug ,Galkaayoo irra kiloomeetirii 280 fagaattu - han seenan bidiruu sadi’iin.

Milishoonni kun Gaar’ad seenuun isaanii looltoonni Alshabaab eddu galeessa Somaliyaa senaanii tooraa bilbilaa magaala Harardheree fi Hobyoo addan kutanii guyya lama booda.

Bulchiinsi Gara’aad Putlaand jala haata’u malee hoggantoonni Putlaand sochii milishoota kanaa irratti amaaf waan jedhe hin qabu.

Gaabaasa Sagalee
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:37 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG