Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootumaa Suudanii fi jSochiin Bilisummaa Suudan walii galuun nama hedduu gammachiifte


Civilians celebrate the signing of a peace agreement between Sudan's transitional government and Sudanese revolutionary movements to end decades of conflict, in Juba, South Sudan, Oct. 3, 2020.

Mootummaa cehumsaa Suudanii fi Sochii Bilisummaa Suudan lola bara kurnya hgedduu dhaabuuf Juubaatti walii galan.

Walii galtee tana pirezidaantiin Suudan Kibbaa,Salvaa Kiiritti falaa bahe.

Tokkummaa mootummootaa,Amerikaa,U.K.f Noorweey faallee gammachuu.Naannoo sunillee gamachuu tokko jedhu.

Taatulee itti gaafatamaa sochii bilisummaa ummata Suusan Kibbaa,Abdel Azizi Al-Hilu.Muummeen minsitera Suudan,Abdallah Hamdok walii galteen tun itti gaafatama walii qooduu tanuu baattullee seenaa haaraa biyya tanaatiin dhufte jedhe.

Yaadawwan Ilaali

XS
SM
MD
LG