Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Bulchiinsa Naannoo Tigraay Polisoota Leenjisee Jira


FAAYILII - Magaala guddoo Tigraay, Maqalee

Bulchiinsii naannoo Tigraay polisoota leenjisuun torban kana hojii jalqabsisee jira. Yeroo waggaa tokko guutuuf jedhuu keessatti polisii kan hin qabne yoo ta’u humnoota nageenyaa fi milisoota naannootu bakka polisii bu’e hojjataa ture.

Sirna eebba polisootaa kana irratti prezidaantiin bulchiinsa naannoo Tigraay Dr. Dabra tsiyoon Gabra Mikaa’eel akka jedhanti yeroo waggaa tokko guutuuf jedhu keessatti ituu humnootiin polisi hin jiraatiin turuun uummanni ofii isaa naamuusa qabaachuu isaa agarsiisa jechu isaanii Mulugeetaa Atsebaahaa Maqalee irraaa ga baasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG