Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Dr. Tewodiroos Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Tigraay Keessatti Gargarsa Dawaa Kennuu hin Dandeenye Jedhaniif Mootumman Deebii Kenne


Daarekteerii dhaabata fayyaa Aduunyaa Doktoor Tewodiroos Adihaanoom (Suuraa faayilii)

Mootumaan Itiyoophiyaa Dhaabanii Fayyaa adduunyaa/WHOn fi dhaabilee idilee adduunyaa biroo rakkinaa Kaaba itiyoophiyaa keessaa jiruu irratti garee qabatanii looganiiru jechuudhaan komii dhiheesseera.

Daarekteerrii dhaabata fayyaa Aduunyaa Doktoor Tewodiroos Adihaanoom tibbana ibsa keennaaniin dhaabanii isaanii naannoo Amaaraa fi Affar keessati akka gargaarsa kennaa jiru ibsanii Tigraayiin galanii akka gargaarsa hin kenninee mootummaa Itiyoophiaa Eeyymaa dhorkuu isaa ibsanii akka himannaa dhiyeessan gabaasin Masifen Araagee ibseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG