Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoopiyaa Lammiiwwan Oromoo Hidhaatti Guuraa Jira

Mootummaan Ethiopiaa gareelee mormitoo lammiiwwan Oromoo hidhaatti guuree himannaa irratti hin dhiyeessin jiru hatattamaan hiikuu qaba jechuu dhaan Human rights watch beeksisee jira.

New York keessa kan maadheffate waajjira itti aantuun directora Human Rights Watch-tti Roonaa Paaligan akka gabaasa kana kan baasneef dhimmi namoota hidhamanii waan nu yaaddesseefi jedhan.

Roonaa Paaligan akka jedhantti kan gabaasa kana gad dhiisneef lammiiwwan Oromoo hedduu as buuteen dhabameef himata malee hidhame kan mootummaan mormitoota waliin ta’anii na lolu jedhe hidhuu isaa ti.

Namoota himataman kana balleessaa isaanii illee hin beeknu. Nuti illee akka addunyaan mootummaa kana mudditee namoota hidhe kana yoo himannaa irratti dhiyeessu dhabe akka gadhiisuuf gaafachuutti jirra.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG