Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Mootummaan Keeniyaa Carraa Diinagdeen of danda’uu nuuf mijeessuu qaba’ Baqattoota Keeniyaa


Wal gahii waa’ee baqattoota gama diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaachisuurratti xiyyeeffate, Amajjii 13, 2018, Naayroobii, Keeniyaa
Wal gahii waa’ee baqattoota gama diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaachisuurratti xiyyeeffate, Amajjii 13, 2018, Naayroobii, Keeniyaa

Baqattootni Keeniyaa keessa jiran mootummaan biyyattii carraa ittiin diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaannu nuuf haa qajeelchu jechuun gaafatan.

Harra magaalaa Naayiroobiitti wal gahiin waa’ee baqattoota gama diinagdee fi hawaasummaa keessatti hirmaachisuurratti xiyyeeffate gaggeeffamerratti baqattoonni gaaffii qaban dhiyeessaniiru. Bakka bu’aan mootummaa Keeniyaa ka wal gahii kanarra turan baqattootaaf deebii kennaniiruu.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

‘Mootummaan Keeniyaa Carraa Diinagdeen of danda’uu nuuf mijeessuu qaba’ Baqattoota Keeniyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:14 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG