FINFINNEE —
Prezidaantiin Keniyaa Uhuruu Keenyaattaa Finfinnee kan seenan yoo ta’u waa’ee Sudaan Kibbaa fi tasgabii kutaa sanaa mata duree marii gaggeeffamee godhatanii jiru.
Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Obbo Haayle maariyaam Dassaaleeny akka jedhanti humnootiin tasgabii buusanii fi eegumsa godhan Sudaan Kibbaa keessa qubsisuun hojii duubatti harkiifatuu qabu miti jedhu.
Hogganoonni biyyoota Afrikaa Bahaa Kamisa fullee keenyaa Finfinnee keessatti walga’uun humnootii tasgabii buusan akkasumas eegumsa godhan kan ilaaleen mari’achuuf jiran.