Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Uummataan Karaa Seeraan Filatamee Iddotti Deebi’era: TPLF


Faayilii - Hawzeen, Caamsaa 7, 2021
Faayilii - Hawzeen, Caamsaa 7, 2021

Waxabajjii 21 bara 2013 humnootiin Tigraay magaala Maqalee eega to’atanii jalqabee jiraattonni magaalatti waltajjitti ba’uun gammachuu qaban gidduu kana ibsaa turan.

Adda Bilisummaa Uummata Tigraayiin (TPLF) kan hogganamuu mootummaan bulchiinsa naannoo Tigraay ibsa baasen uummanni qabsoo fi wareegama kafaleen mootummaan seeraan uummataan filatame iddotti deebi’eera kanaafis baga gammaddan jechuun qabsoo keenya jabeessinee itti fuufna jedhee jira.

Hogganaan bulchiinsa naannoo Tigraay Dr. Dabratsiyoon Gabra Mikaa’eel Robii dabree waltajjitti ba’uun uummataaf dhaamsa baga gammaddan jedhu dabarsanii jiru.

Mootummaan Uummataan Karaa Seeraan Filatamee Iddotti Deebi’era: TPLF
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:11 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG