Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummoota Abbaa Irree fi Demookraasii 

Prezidaantii Yunaaytid Isteets Joo Baaydiin Yaa'ii Demokiraasii irratti haasaha kallatiin marsaa interneetii (verchuwaal) yeroo godhan, Muddee 10, 2021, in Washington.
Prezidaantii Yunaaytid Isteets Joo Baaydiin Yaa'ii Demokiraasii irratti haasaha kallatiin marsaa interneetii (verchuwaal) yeroo godhan, Muddee 10, 2021, in Washington.

Prezidaant Joo Baaydiin walgahii sadarkaa addunyaatti waa’ee Demookraasii irratti dubbatu torban dabreekeessumsisanii turan.Deemookraasiif eegumsa gochuun rakkoo bara keenya keessa nu mudate ta’e jira jedhan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Mootummoota Abbaa Irree fi Demookraasii
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:47 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG