Xurree ittiin seenan

Keeniyaatti Koomishinii Filannoo Mormuudhan Hiriira Godhame Irratti Lubbuun Namoota Darbe

Keeniyaa magaaloota adda addaatti hawaasni koomishinii fillannoo mormmuudhan wiixata kaleessaa hiriira bahe. Mormiin kun paartii mormiituu 'CORD' dhan han qophaahee oggaa ta'u, torban torbaniin guyyaa wixataa akka tasifamuudha karoorfatanis beekameera. Mormii kana irratti hoo xinnaate namoonni sadi'i ajjeefamuu isaaniitu gabaafame.
Degaartooni paartii kana bayyeen kaleessa, Caamsaa 23, 2016 to'annaa poolisii jala oolaniiru.
Daran agarsiisi

Naayroobii, Keeniyaa
1

Naayroobii, Keeniyaa

Naayroobii, Keeniyaa
2

Naayroobii, Keeniyaa

Naayroobii, Keeniyaa
3

Naayroobii, Keeniyaa

Mombaasaa, Keeniyaa
4

Mombaasaa, Keeniyaa

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG