WASHINGTON, DC —
Mormii Oromiyaa keessatti ji’a afur lakkofsise fi tarkaanfii mootummaa laalchisee ogeessa seeraa Dr. Tsaggaayee Araarsaa hasoofsiisneerra. Gaafiwwan akka angooraa kaafamuu hoggantoota Dh.D.U.O, gaafii ummannii mormi irratti kaasaa jiruu fi namoonni ajjefamuu, dabalee dubbii ijoo adda adda irratti xiinxala kenneera, Dr. Tsaggaayeen.