Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muddama Filannoo Afriikaa Keessaan Filattoonni Rakkoo Fayyummaaf Akka Saaxilaman Ibsame

Muddama Filannoo Afriikaa Keessaan Filattoonni Rakkoo Fayyummaaf Akka Saaxilaman Ibsame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00

Filannoon Afrikaa yeroo baayyee mudamnii fi waldhabdeen cimaan kan keessatti mul’atu yoo ta’u, kunis filattotaaf fayya-dhabeessa ta’uu danda’a. Ogeeyyonni biyyaa Gaanaa sochiin duulaa nu filadhaa, dadhabiin sagalee kenitootaa, sodaan muddama siyaasaa fi hokkoraa dhibeen fayyaa umuu lubuudhaaf bala qabeesaa ta’uu mala.

Dhimma kana irratti gabaasini Senaanuu Tordin Gaanaa Akiraa irraa gabaaseera. Befeqaaduu Morodaatu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG