Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shaampiyooni Booksii, Gurraachii Ameerikaa Eenyummaa Ofii fi saba ufii Lallisuudhan Beekkamu, Muhammad Alii oggaa 74tti Du'an Boqate

Maqa isaa Kaassiwes Kileeyy, maqaa garbaati jedhe han ofirraa jijjiire, shaampiyooniin booksii adduunyaa, Jimaata darbe du'aan boqatus, seenaa ispoortii, hawaasa fi aadaa keessaatti galmeesseen yadatama.

Caalaa agarsiisi

XS
SM
MD
LG