Muziyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa ta'aniitii ijaarrame Sambatduraa darbe eebifame. Musiyemiin kun qaama Ismezooniyaan jedhamu han muziyemii baayye ofjalaa qabutti dabalama. Waashingitan Diisiin muziyamiiwaan kana dabalatee iddoo dawwannaa turistii hawwatu baayyee qabdi.
Muziyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa Ta'aniitii Ijaarrame Sambatduraa Darbe Eebifame

1
Musiyamiin Seenaa fi Aadaa Lammii Ameerikaa hidda Afrikaa Ta'aniitii Ijaarrame Sambatduraa Darbe Eebifame

2
Pireesdaatin Ameerikaa Baraak Obaamaaniif haati warraa isaa eebbaa musiyamii haaraa irratti maatii Boonner jedhamu wajjiin bilbila waldaa kiristaanaa Baaptistii oggaa dhageechisan

3
Haati warraa pireesdant Obaamaa, Misheel pireezdaantii Ameerikaa duraanii Bush nagaha oggaa gaafatu

4
Opiraa Winfiree fi oggeessi filmii Wiil Smiiz eebba musiyeemii irratti oggaa haasaha godhan