Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummee Ministera Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmed imlatuuf Eeritraa dhufee pirez. Isaayyaas,bulchoota mootummaa fi ummata bal'aatti bahee simate

Muummee Ministera Itoophiyaa Imaltuuf Eertiraa dhufe Pirez.Eertiraa,bulcoota mootummaa isaatii ummata bal'aatti bahee simate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00

Itoophiyaa fi Eertiraan biyya ollaati. Waraana daarii irratti wal dhabanii wal hadhaniin lola ganna lamaatti nama kuma 100 caalaatti irratti dhumate. Eegii sunii asi biyyitii lamaanuu waan waliin qabdu wal hanqifattee ganna hedduu jiraachaa baate.

Waan dabre bira dabranii yoo muummeen ministeraa Itoophiyaa imaltuuf Asmaraa,Eeritaa dhufetti pirezidaanti Isaayyaasa Afewarqii,bulchootaa fi ummatii bahee akkana simachuun akka abbootiin siyaasaa jedhanitti biyya tanaa fi olloota isiillee nagaatiin deema.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG