WASHINGTON,DC —
Pirezidaantii Eeritiraa Isaayyaas Afewarqii, ministera odeeffannoo Eertiraa Yemnaanee G/Mesqelii fi Eertiraatti ambaasaaddera Itoophiyaa Redwan Huseenitti bahee simate.
Achumaan Porojeektii ijaarsa karaa guddaa Nefasit-Decamhare jedhanillee laalan. Karaan kun Itoophiyaan dhaqan.
Ministera maallaqaa Ahmed Shiddee fi itti gaafatamaan daandii qilleensa Itoophiyaa, Teweldee G/Maariyaam faatilleen warra Dr Abiy waliin imaltuu dhufe.
Akka ministerii odeeffannoo Eertiraa, Yemaanee G/Mesqel jedhetti imaltuu tanaan hariyumaa fi nagaa jabeeffachaa waliin hjjachuuf mariitti jiran.