Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Amaaraa Keessatti Hanqina Nyaataa Muudateen Da’amanii fi Haadholiin Miidhamma Akka Jiran Ibsame


FAAYILII - Namoota qehee ofii irraa buqahanii Buufata Awlaa keessa jiran, Naannoo Amaaraa, Caamsa 31, 2024.
FAAYILII - Namoota qehee ofii irraa buqahanii Buufata Awlaa keessa jiran, Naannoo Amaaraa, Caamsa 31, 2024.

Bulchiinsa Naannoo Amaara godinaa walloo kaabaa aanaalee Bugnaa fi bulchiinsa godina Waag Himiraa keessa aanaale argaman Afur keessatti hanqinii midhaan nyaataa muudatee, midhaa guddaa qaqqabsiisaa jiraachuu isaa Qoo’annoon Yuuniversitii Waldiyaatiin taasifame beeksisee jira.

Qoonno kana taasisuudhaan Yuniversitichaan ramadamanii namoottan aanaalee beelaan midhaman keessa bobba’an 13 keessaa nammii Sagalee Amerikaatti dubbatan akka jedhanitti, amma ammaatti aanaalee Afur keessatti namoonni 20 ta’an beelaan walqabatee du’uun isaanii beekameera.

Akka qo’annoon kun ibseetti, godinaalee lama keessatti sababa hanqinaa nyaatattin kan ka’e daa’iman Afur du’anii daa’imman umuriin isaanii wagga Shanii gad ta’e, kuma Afur ta’anifi haadholiin kuma 10 ta’n hanqina nyaataa hamaadhaaf saaxilamani jiru. Hojiin qoo’annoo kun Akka lakoofsa Ityoophiyaa ji’a Sadaasaa gaafa guyyaa 11 fi 12 bara 2017 giduutti kaan taasifame ta’uu isaa kan ibsan hoganaa garee qoo’attootaa kan ta’a obbo Geetanewu Sewunetuu

Naannoowwan keessa turan keessaa ti hanqiinii qorichaafii bishaan dhugaatii jiraachuu isaa akka hubatan ibsuu isaanii Asteer Misgaanaawu Gabaasteetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG