Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsa Naannoo Amaaraa Keessatti Beellii Godaantoota Kan Sodaachisu Ta’uun Ibsamee Jira 


FAAYILII- Namoota naannoo Amaaraa magaalota adda addaa irraa buqahanii qarqaarsa Dabaarqi keessatti kennamu fudhachuuf eeggachaa jiran, Adoolessa 27, 2021
FAAYILII- Namoota naannoo Amaaraa magaalota adda addaa irraa buqahanii qarqaarsa Dabaarqi keessatti kennamu fudhachuuf eeggachaa jiran, Adoolessa 27, 2021

Bulchiinsa naannoo Amaaraa godiina waag Hamraa irraa namoota kuma hedduu ta’an manaa fi qe’e isaanii irraa godaanuun achuuma biyya keessa jiran qarqara afaan beelaa jiraachuu isaanii angawaan naannoo ibsanii jiru.

Namoonni akkasii kun kuma 18 kan caalan yoo ta’u naannoo walitti bu’iinsaan miidhame kan godinichaa keessaa kan dheessan turan.Ji’a sadii dura aanaa Zuqaalaa keessa yeroof buufachuun isaanii ibsamee jira.

Buqaatonni kun Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka ibsanti, godiinni sun hangi tokko amma iyyu to’annaa ABUT jala jira jedhu.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG