Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Gaambellaatti Namoota Kuma 19 Caalan Tu Sababaa Lolaan Qehee Ofii irraa Buqqa’e  


Faayilii - Adabaabaayii Magaala Gaambeelaa, Bara 2019

Naannoo Gaambeellaatti namoonni kuma 19 caalan, balaa lolaan buqqa’uu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa naannichaa beeksise. Bulchaan aanaa Laaree buqqaatotni mana barumsaafi firoota isaanii bira qubachuu himanii, deggersi atattamaa akka isaaniif taasisamullee waamicha dhiheessaii jiran.

Itti gaafatamaan Balaa Ittisuufi Dursanii Akeekkachiisuu naannoo Gaambeellaa gama isaaniin namoota aanaalee 10 irraa buqqa’an gargaaruuf hojjetamaa jian, jdhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Naannoo Gaambellaatti Namoota Kuma 19 Caalan Tu Sababaa Lolaan Qehee Ofii irraa Buqqa’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:37 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG